Manni Maree Ministeerotaa Itoophiyaa Kora Idilee isaa 75ffaa Onkoloolessa 09, 2019 taa'een seera haasaa jibbinsaafi odeeffannoo sobaa tamsaasuu dhorkuufi to'atu ilaalchisee wixinee qophaa'erratti ...
Pireezidantii 46ffaa US kan ta'an Joo Baayidan dhaamsa pireezidantonni Ameerikaa waggaa waggaan uummataaf dabarsan-State of the Union jedhamu kan bara kanaa taasisaniiru. Gareen haasaa pireezidantichi ...